Xurree ittiin seenan

Biyyoota Gaanfa Afrikaa Lameen Fi Yunaayitid Isteets

  • Nikoo Koloombaant

Mootummaan Yunaayitid Isteets kaayyoo naga-eegumsa waliin hidhata qabuun biyyoota Gaanfa Afrikaa lama michoota isaa tahan, Itiyoophiyaa fi Ugaandaaf gargaarsa dabale iyyuu, gama biraatiinis biyyoota Gaanfa Afrikaa lameen, Itiyoophiyaa fi Ugaanaan waa’ee bulchiinsa isaanii biyya keessaa irratti, Yunaayitid Isteets irraa ehama karaa dabarsu argataa jira jechuun, xiinxaltoonni as Yunaayitid Isteets keessaa yaaddoo isaanii ibsaa jiran.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa.

XS
SM
MD
LG