Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boombiin Dogoggoraa Kan Waraana Naayjeeriyaa Baqattoota Galaafate


Boombiin Dogoggoraa Kan Waraana Naayjeeriyaa Baqattoota Galaafate
Boombiin Dogoggoraa Kan Waraana Naayjeeriyaa Baqattoota Galaafate

Jeettiin waraanaa Naayjeeriyaa dogoggoraan mooraa namoota man - maleeyyii haleeleen namoonn hedduu du’uun gabaasame.

Finxaaleyyii Boko Haraamiif kan male haleellaan kun mooraa baqattoota namoota biyyuma ofii keessatti garee leellistoota kanaan qe’ee irraa buqa’anii haleeluu isaa angawoonni waraanaa beeksisaniiru.

Jiraattonni naannoo fi angawoonni Nigeria lakkoobsa namoota du’anii 100 ta’a jedhanii jiran.

XS
SM
MD
LG