Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne?


Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne?
Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne?

Bara 20008, Baraak Obaamaan pirezdaantii Ameerikaa ta’ee filamuun, qalbii ijoollee ardii Afrikaa farumaan onnachiise. Obaamaan lammii Ameerikaa ta’us abbaan isaa Baraak Husseen Obamaa Sr lammii Keeniyaati. Ilmi Afrikaa kun egaa sadarkaa Ameerikaa bulchuu gahuun lammiiwwan Afrikaa gammachiisee ture.

Bara bulchiinsa Obaamaa, jechuunis woggoota saddeettan darban kana walitti dhufeenyi biyyoota Afrikaa fi Yunaaytid Isteets maal fakkata ture? Abdiin Afrikaan Obaama irra kaayyatte dhugoome moo hin dhugoomne?

Gaabaasa kana irraatti qindaahee dhaggeeffadhaa

Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne?
please wait

No media source currently available

0:00 0:17:09 0:00

Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne? Kutaa 2ffaa

Abdiin Afrikaan Waggoota Saddeet Dura Obaama Irra Kaayyatte Dhugoome Moo Hin Dhugoomne? Marii godhame kutaa 2ffaa dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:08 0:00

XS
SM
MD
LG