Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konfidireeshiin Kubbaa Miilaa Afrikaa(CAF) leenjsiaa kubbaa miilaa Maadagaskaar ka durii pirezidaantii tolchee filate


Konfidireeshiin Kubbaa Miilaa Afrikaa(CAF) leenjsiaa kubbaa miilaa Maadagaskaar ka durii pirezidaantii tolchee filate
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:43 0:00

Konfidireeshiin Kubbaa Miilaa Afrikaa(CAF) leenjsiaa kubbaa miilaa Maadagaskaar ka durii pirezidaantii tolchee filate

Ahmad dhalootaan nama Maadagasaakriitii durii bulchaa kubbaa miilaa biyya isaatii pirezidaantii CAF ka federeshiinii kana ganna 29 bulchaa bahe Issa Hayaatuu moo’ee filatame.

Filannoo Finfinneetti taa’an tana irratti Ahmad harka 34tiin Hayaatuu ammoo harka 20n filan.

Ahmad nama ganna 57ti abbaa ijoollee lamaati durii leenjsiaa garee kubbaa miilaallee tahee hojjachaa bahe.

Namii hujii tana irraa fudhate Isaa Hayaatuu itti aanaa Fdereshiinii Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa (FIFA)tahee hojjachaa bahe.

Akka gareen kubbaa miilaa Afrikaa dorgommii kuubba miilaa addunyaa keessatti dabaltuu fi ardiin Afrikaa gama ispoortiitin horii guddaa argattu tolche.

Waan hin hojjadhaa jette,hojjachumaa malte,” jedha Ahamd yoo waan egrii fedreshiinii kanaa hojjatu dubbatu.

Ahmad gama ispoortiitiin waan hedduu jijjiiree Afrikaa gargaaruuf waadaa gale.

XS
SM
MD
LG