Xurree ittiin seenan

Daaraa fi Aarii Volkaanoo Eertiraa Xuyyuura Karaa Yaahuu Dhowwee Namaallee Yaaddesse

  • Piitar Haayinlaayiin

Nabroo,lafa Eeritaa ta naannoo Rift valley “Denakil depression” jedhanitti dhiyaattu.Volkaanoon naanoo tanaa durii hin tokkahaa jedhaniillee hin sodaatan.Adoo hin beekinu lafa chochoosee tatarsaasaa tokkahee,aaraa fi daaraa lafatti gadi dhiise, xuyyuura karaa yahauu dhowwee imatluu Hilary Klintonillee ta Itoophiyaallee gabaabse.

Daaraa lafa innii itti tokkahe,Eeritaa kahe kun gara Suudanilleetti dhiyaachuutti jiraa jedhanii sodaatan. Footoon saatelayitiilleen tanuma agarsiifti.Itoophiyaallee xuyyuurii gara Jibuutii fi Itoophiyaa gama Kaabaatti hin barrisu.

Taatullee akka oduu himaa Dhaaba Daandii Qilleensa Itoophiyaatti,Diidii Xuyyuura Boolee hin cufamnee ufi eegaa hojjachuutti jiran.

Oduu tana MP3 irraa caqasaa.

XS
SM
MD
LG