Xurree ittiin seenan

Dhaabii gargaarsa ummataa Meseret Deffaar hujii guddoof filate

  • Meleshaachew Amahaa

Dhaabii gargaarsa ummataa UNDFPA Atileetii Itoophiyaa beekmatuun Meseret Deffaar ulfinnaan Ambaasaaddera gargaarsa ummataa tolchee filate.

Dhaabii kun gaafi tana gama itti gaafatamaa damee Afrikaa Abdallaa Hamdokin gaafate.

Akka itti gaafatamaa kanaatti Meseret ijoollee kahimaatii fkn taatee hojjatti. Hujiin(Good will Ambassador)ykn namii hujii akka Meseret fa hojjatuu nama karooraa fi sangantaa dhaaba isaan filatee ummataan gahuuf.

Mesereti tana waliin marroo lama hujii tanaaf filatamte.Ammallee hujii itti kennan tana guutuuf waadaa galte. Meseret ganna torbaan duratti akka hujii tana hojjattu gaafa Greekitti dorgommii KM 5 moohatte filatamte.

Oduu tana MP3 computera keessan gama harka mirgaa jiru irraa caqasaa.

XS
SM
MD
LG