Xurree ittiin seenan

Dhaabotni Siyaasaa Oromoo Afur Walii-galtee Wal-hubannoo Tolfatan

  • Tuujubee Horaa

Bakka bu'oonni paartii afranii OromoTV irratti ibsa oggaa kennan, Caamsaa 1,2016

Bakka bu'oonni paartii afranii OromoTV irratti ibsa oggaa kennan, Caamsaa 1,2016

Dhaabonni siyaasaa Oromoo afur walitti-dhufanii mari’achuun, Dilbata dabre kana jechuun Caamsaa tokko, bara 2016, waliin hojjechuuf walii-galtee wal-hubannaa mallatteessanii jiran. Dhaabonni walii-galtee kana mallatteessan Adda Dimookitraatawa Oromoo, Adda Bilisummaa Oromoo, Kallacha Walabummaa Oromoo fi ABO Tokkoome jedhamani. Tujubeen bakka-bu’oota dhaabota kanaa dubbistee jirti. Walii-galteen walii mallatteessan kun maal of keessaa qaba?

Gauutummaa gaaffii fi deebii hoogganoota dhaabota afiranii waliin geggeessamee dhaggeeffadhaa

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG