Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Aanaa Abbaa Alangaa Muummichi Qorannaa Dhimma Raadhiyaa fi Traamp Mana Maree Bakka Bu’otaaf Ibsan

Daayrikerri FBI duraanii Robert Mueller jiddu seeninsa Raashiyaa fi duula filannoo prezidaant Traamp fi gidduu jiru walabummaan qorachuuf nama malan jechuu dhaan Rippublikaantichi miseens mana maree Darrell Issa galateeffataniiru.

Issa fi miseensonni mana maree bakka bu’oota ka biroon itti aanaa abbaa alangaa muummicha Rod Resenstein biraa waa’ee Mueller moggaafamuu mirkaneeffatan. Mueller erga Traaamp Direktera FBI James Comey Caamsaa 9 hojii irraa ari’atanii booda qorannaa kana akka hoogganan filataman.

XS
SM
MD
LG