Xurree ittiin seenan

Dhukkubi Zikaa Maalii?

  • Jaallannee Gammadaa

Dhukkubi Zikaa Maalii?

Dhukkubi Zikaa Maalii?

Dhukkubi Zikaa yeroo ammaa babal’ataa adeemuun Yunaaytiid Isteetes fi biyyoota ka biroo keessaatti sodaa uumee jira. Maraafuu dhukkubni kun maali? Mallattoon agarsisuu fi malli itti ittisuun danda’amu jiraa?

Gaaffilee kanaa fi kanneen biroo irratti Ogeessa addaa kan dhukkuboota qaama keessaa kan ta’an Dr. Masfin Ittaanaa Hospitaala Farviiew kana magaalaa Miniyaapolis jiru irraa ibsa nuu kennanarmaa gadiitti caqasaa.

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG