Xurree ittiin seenan

Viidiyoo dubartoota Naayjeeriyaa ‘Chibok girls’ garee Bokkoo Haraamin fudhataman agarsiisu.


Gareen Bokkoo Haraam mootumman milishoota keenya hoo gadhiise shammarran kana akka gadhiisu beeksisa. Viidiyoon bahe dubartoota to’annaa garichaa jala jiran keessaa tokko mootummaan Naayjeeriyaa milishoota Bokkoo Haraam hidhaa jiran akka gadhiisu oggaa gaafattu agarsiisa.

XS
SM
MD
LG