Xurree ittiin seenan

Ergaa Maamiltoota VOA Afaan Oromoo Sagaleedhan


Suuraa Faayilii

Suuraa Faayilii

Dhaggeeffatoonni keenya 011-202-205-9942 irratti ergaaa nuu olkeechaan, galatoomaa. Nu’is deebisnee qilleensa irra olchineerraa, kunooti.

Warri yaadaa qabdaan bilbilaan nuubiraan gahuu barbaaddan:

  • Dura lakkoofsa kana bilbilaa 011-202-205-9942
  • waamee haasaha warabbamee jiru (Afaan Ingiliziitin) erga dhageefattanii fixanii booda, gara Afaan Oromootti sin dabarssa.Oggas, ergaa kahuuf bilbila keessanirraa lakkofsa 13 tuqaa.
  • Dhuma irratti ergaa keessan gabaabsaa dubbadhaa, bilbila cufaa. Nu'i deebsnee qillensa irratti dhiheessina.
XS
SM
MD
LG