Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filatamuu Donaald Traamp, Ija Xiinxalaatiin


Doonaald Traamp
Doonaald Traamp

Doonaald Traamp, ka wal-mormii cimaan yeroo dheeraaf guutame dorgommii filannoo Yunaayitid Isteets injifachuuf sagalee hin yaadamiin argachuun isaanii lammiwwan waadaa namoonni siyaasaa biyyattii filafnnoolee ammaan dura turan irratti seenanii hojii irra oolchuu hanqatanitti dal’anuu isaanii fi nama siyaasaa keessa hin turiinii fi yaada garaa isaanii dubbate filachuu isaanii agarsiisa, jedhu – xiinxaltoonni siyaasaa.

Kan ammaan dura kutaa Teksaas irraa seneetara Yunaayitid Isteetsiif dorgomanii turanii fi ammaa Koolin Koolejitti proofeesara barnoota dinagee ta’uun hojjetan – Dr. Mohaammed Xaahirhoo bal’inaan haasofsiisnee jirra.

Filatamuu Donaald Traamp, Ija Xiinxalaatiin: Kutaa 1ffaa

Filatamuu Donaald Traamp, Ija Xiinxalaatiin: Kutaa 2ffaa

XS
SM
MD
LG