Xurree ittiin seenan

Breaking News

Somaaliyaa Wallaansoo Filannoo Kessa Jirti


Somaaliyaa
Somaaliyaa

Yeroo ammaa filannoon pireezdaantummaa Ameerikaa qalbii addunyaa hawwatee jirachuu issaatin dhagahamuu baachuu mala malee, Somaaliyaanis qophii filannootti jirtii. Biyyattin paarlaamaa haraa qabaachuuf deemti; paarlaamaa Mana Maree Olaanaaa han Fedeeshinii fi Mana Maree Gadii han bakka bu’oota ummataa qabu jechuudha.

Miseensi paarlaamaa Somaaliyaa Abdiweeli Qanyaaree, amma ammaatti qophiin godhamaa jiruu sirumatti deemaa jiraa jedha.

Somaaliyaatti bakka bu’aan Mootummoota Gamtoomanii Maaykil Keetingi garuu, Somaaliyaan lola oggoota 30 fi seera dhabiinsa ittin raafamaa ture irraa damdamachaa jirachuu yaadachiise, hata’au malee ammas rakkinoonni filannoo biyyatiin itti deemtu kana gufuuchisaan bayyee dha, jedha

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG