Xurree ittiin seenan

Mootummaan Suudaan Qabeenya Uumamaa Saama : Gabaasa Haaraa

  • VOA

Darfur, Sudan

Akka gabaasii dhaabii mirga namaatii falmu Amerikaa jiruu “ Enough Project” jedhutti mootumman Suudan qabeenna umamtaa balleessee warqii,zayitii fi lafaa ummataallee duraa hate.

Bulchootii mootummaa gugurdoon akka gabaasa kanaatti qabenna kana cufa ufiin duroomsuuf guurrata.

Mootummaan Suudan ammoo siyaasaa isaa wayyeessee akka biyyaalleetti wal mari’atee karaa araaraa Waldaan Afrikaa baasellee hojjachuutti jriaa jedhee dubbachuutti jira.

Gabaasa guutuu dhaggeffadhaa

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG