Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffiin Angawaa Masrii Ilaalamaa Jira


Angawaan sadarkaa olaanaa kan Masrii Finfinnee dawwachuuf gaaffiin dhiyessan ilaalamaa kan jiru ta’uu ministriin dantaa alaa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Itiyoophiyaan laga Abbayyaa irratti kuufama bishaaniin ijaara jechuun karoora akka qabdu eega beeksiiftee booda, gaaffiin daw’annaa aangawaa masrii kun dhaga’ame.Daw’annaan kun yoom akka gaggeefamu guyyaan kan hin murtoofne yoo ta’u ajandaan irratti mari’ataumuuf deemuus maal akka ta’e gara fuula duraaatti beekama jehu dubbi himaan ministrii dantaa alaa Itiyoophyaa Diinaa Muftii.I

tiyoophiyaan laga Abayyaatti akka hin gargaaramneerf walii-galteen ittisu waan hin jirreef masriin tooftaa adda addaa hordoofaa akka turte mummichi ministeera Itiyoophiyaa Mallas Zenaawwii dubbataniiru.

MP3 tuquun gabaasa guutuu dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG