Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Manchester United baranallee waancaa dabalachuutti ittuma jirti.


Garee 37 tapha 380tii fi garee bebeekmatuu 20 dabalee taphii kubbaa Miilaa /English Premier League/ magaalaa UK ta akka akkaatti ittuma jira.Manchester United akkuma amala isii goolii tokko galfattee jennaan lameeffattee sadeeffattu malee hin teenne taan ammallee tapaha kana dursuutti jirti,Arsenaalilleen faanuma jirti.

Taphii kun dhumachuuf amma dorgommii 10 kudhanitti hafee haga ji’a lamaa keessati dhumata.English Premier League tapha biyya tanatti horiin miliyoona dhibba hedduu itti bahu.Ka jara taphatu /Pound /hedduun itti bitatan. Jaarsoo Diqqaa nama ganna hedduun duratti Boorana aanaa Dirree fulaa bu'ee garee kubbaa miilaa taphatu,amma UK,Macnhester City jira.Dorgommii UK tana keessaa 10 caalaa daawwate. Akka Jaarsootti Manchester United qabxii jaha caalaa garee Arsenaal dursuutti jirti.Waancaa baranaallee fudachuuf eegan.

Mee waan nu tana irratti Jaarso gaafanne MP3 tana irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG