Xurree ittiin seenan

Gazexxeessaa Tamasgeen Dassaaleny Eessa Akka Jiru Beekame


ተመስገን ደሣለኝ - የፍትሕ ጋዜጣ ዋና አዘጋጅ

ተመስገን ደሣለኝ - የፍትሕ ጋዜጣ ዋና አዘጋጅ

Qopheessaa ol’aanaa fi abbaa-qabeenyaa “FITIH, ADDIS TAAYIMSII fi FAAKT” jedhamanii ka ture fi oduuu dharaa tamsaasuutti – himatamee kan hidhaan waggaa sadii itti muramee hidamaa ture gaazzexeessaa Tamasgeen Dessaaleny guyyoota sagaliif maatiin isaa achii-buutee isaa dhabanii eega barbaadaa turanii booda har’a bakkuma itti hidhamaa ture mooraa-hidhaa Ziwaay keessatti argachuu isaanii beeksisanii jiran.

Gabaasaa Guutuu kana cuqaasuun dhaggefadhaa

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG