Xurree ittiin seenan

Jarmaayaan Oromoo Haarawaan kan Gumii Oromiyaa Addunyaa Jedhamu Hundeeffame

  • Namoo Daandii

Dhaabi Oromoo Haarawaa kan “Global Gumii Oromiyaa” Jedhu Hundeeffame

Hawaasaalee Oromoo biyyoota alaa jiraatan, beektotaaa fi bakka-bu’oota dhaabota siyaasaa Oromoo kan hirmaachise walga’iin Gumii Oromiyaa Addunyaa, jedhu dhuma torban dabree irra, kutaa Minesootaa, magaalaa Miniyaapolis keessatti geggeessamee jira. Jaarmayaa “Global Gumii Oromiyaa” yokaan Gumii Oromiyaa Addunyaa jedhamuu hundeessee, hoogganoota isaa filachuudhaan xumurame walga’iin kun.

Daarectara Ol’aanaa Jaarmayaa kanaa ta’uudhaan ka filataman – Obbo Jamaal Ibraahim, Miniyaapoolis irraa kaayyoo gumiin kun hundeeffameef nuuf ibsanii jiran.

Gaafii fi deebii Obboo Jamaal Ibraahim wajjin godhame kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG