Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Abboota Gadaa Oromooi Ibsa Ejjennoo Baase


Beyyenee Sanbatuu Roobii, dura-taa’aa Tokkummaa Abboota-gadaa fi Abbaa -gadaa Tuulamaa
Beyyenee Sanbatuu Roobii, dura-taa’aa Tokkummaa Abboota-gadaa fi Abbaa -gadaa Tuulamaa

Gumiin Tokkummaa Abboota Gadaa Oromoo, abboota-gadaa godinaalee Oromiya mara irraa walitti-dhufan wajjiin, Hoteela Riizoortii Soodaree keessatti marii guyyoota sadii geggeessanii jiran. Aboota-gadaa, maanguddoota, shamarran, haadha-siiqqee, Dargaggeewwan, hoogganoota Foollee tu marii kanatti hirmaate – jedhu – Dura-taa’aan Tokkummaa Abboota-gadaa fi Abbaan-gadaa Tuulamaa – Beyyenee Sanbatuu Roobii.

Gumiin Abboota Gadaa Oromooi Ibsa Ejjennoo Baase
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:17 0:00

XS
SM
MD
LG