Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Dhukkuba Busaa Sadarkaa Addunyaa


Waggaa waggaan Ebla 25 kan kabajame oolu guyyaan dhukkuba Busaa kan addunyaa sadarkaa biyyaatti Bulchiinsa naannoo Beneshaanguul Gumuz magaalaa Asosaa keessatti kabajamee ooluu isaa Ministeera eegumsa fayyaa Federaala Itiyoophiyaatti

ogeetti sub quunnamtii uummataa kan ta’an Aadde Maammituu Kefyaalew ibsanii jiru.

Itiyoophiyaa keessatti lakkofsi namoota dhukkuba Busaan qabamanii gara mana yaalaa adeeman gad cabuu isaa kan ibsan aaddee Maammituun waa’ee dhukkuba Busaa hubannaa uummati qabu guddisuun akkaan barbaachisaa dha jedhan.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggeffadhaa

XS
SM
MD
LG