Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haraargee Dhiyaa fi Caama Mudate


Balaa caamaa biyyoota gaanfa Afrikaa mudateen kanneen gaaga'aman keessaa godinni Haraargee dhiyaa tokko. Jiraatonni akka jedhantti rakkoon kun bara darbe kan uumamee yoo ta'u, kan barabanaa akkaan jabaa ta'uu ibsan. Jiraatonni kun akka jedhantti gaargaarsi gama Seeftii Neetiin kennamu xaa'oo yoo bittan malee isinii hin kennamu jedhamna jedhan.Gargaarsi firaa fi aantee akkasumas deggersa siyaasaa ilaaluun kan fedhaniif laatanii kaan dhowwatu kan jedhanis ni jiran.

Buulchiinsi godina Haraagee Dhiyaa garuu, gargaarsi loogii tokko malee haala qubsaan kennamaa jira, beelli jiruus to'annaan ala hin taane jedha. Gabaasaa guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG