Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammummaan Itiyoopiyummaa Cimuu Qaba: Muummicha Ministeeraa Itiyoopiyaa


Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Haayile Maariyaam Dassaalenyi
Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Haayile Maariyaam Dassaalenyi

Hafuurri lamummaa Itiyoopiummaa onnee hunda keenya keessa taa’uu qaba jechuu dhaan muummichi ministeeraa H/Mariam Dassaaleny waamicha dabarsan.

Lamiiwwan Itiyoopiyaa eenuymmaa ofii isaanii akkuma qaban lamummaa gamtaan jiru cimaa ta’e kan Itiyoopiummaas qabu jedhanii jiran.

Muummichi ministeeraa Haayilamaariyaam kana kan dubbatan ayyaana mgaalaa Harar keessatti kabajambe kan sabaa fi sablammootaa fi uummataa irratti ture.

Ayyaanni kun yeroo 11ffaaf kan kabajame yoo ta’u keessummoonni naannolee biyyattii mara irraa affeeraman irratti argamanii jiru.

Gabaasaa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG