Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Nagahaa Oromoonni Dhittaa Mirga Namaa Itoophiyaa Keessa Jira Jedhan Balaaleffachuu dhan Diisiitti Gegeessan


Hiriira Oromoonni Diisitti Geggeessan, Onkoloolessa 21, 2016
Hiriira Oromoonni Diisitti Geggeessan, Onkoloolessa 21, 2016

Oromoonni godinoota Yunaaytid Isteets adda addaa keessa jiraatan harra Waashingtan Diisiitti hiriira mormii gegggeessan. Mootummaan Ameerikaa gargaarsa Itoophiyaa dhaa kennu akka dhaabu fi mootummaan Itoophiyaa mirga dhala namaa akka kabaju dhiibbaa akka gooduu waajjira Dhimmoota Haajaa Alaa Ameerikaa dhaqanii iyyata galfatanii jiru.

Qindeesitootaaf hirmaatota hiriirichaa keessaa han dubbisne qabna. Kana cuqaasuun dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG