Xurree ittiin seenan

Miseensonni hawaasa Oromoo kutaalee Yunaayitid Isteetsii fi Kanadaa irraa as Waashintonitti walga’an Waayit Haawusitti hiriira bahan.

  • Soraa Halakee

Miseensonni hawaasa Oromoo kutaalee Yunaayitid Isteetsii fi Kanadaa irraa as Waashintonitti walga’an kumaan lakkaawaman, akkasumas, lammiwwan Itiyoophiyaa ka biroon, tokkumman, mana-maree Yunaayitid Isteets irraa haga Waayit Haawusitti hiriira bahan.

XS
SM
MD
LG