Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baratoonni Yunvarsiitii Afrikaa Kibbaa Witwatarsraand jedhamu han magaala Johanisbergi kessaa mormiin kaleessa godhan gara jeequmsaa jijjirrame


Baratoonni Yunvarsiitii Afrikaa Kibbaa Witwatarsraand jedhamu han magaala Johanisbergi kessaa mormiin kaleessa godhan gara jeequmsaa jijjirrame
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:38 0:00

Baratoonni Yunvarsiitii Afrikaa Kibbaa Witwatarsraand jedhamu han magaala Johanisbergi kessaa mormiin kaleessa godhan gara jeequmsaa jijjirrame: Poolisiin mormi bittinneesuudhaa gaazii nama imimmaanessu fi rasaasa laastikii dhukaasuu jalqabnaan barattoonnis dhagaa darbatan. Kaffaltii barumsaatin wal qrabatte Yunvaristoota 26 Afrikaan Kibbaa qabdu keessa 19 keessatti barattoonni mormii wal-fakkaatu geggeesaa turan. Barumsi kaffaltti malee (tola) akka ta'uu gaafii dhiheessa turanis, debil barbaadan hin arganne. Bulchiinsii fi qaamonni dhimmi kun laalatu marii hiikoo gochaa turan.

XS
SM
MD
LG