Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti aanaan Paarti Gamtaa Dimokraasummaa Ummata Oomoo Hidhaman


Kaartaa Itoophiyaa
Kaartaa Itoophiyaa

Itti aana dura taa’aa Gamtaa Dimokraasummaa Ummata Oomoo sanbat - duraa darbe poolisii Jiinkaatiin too’anaa jala oolan.

Obbo Alamaayyoo Mokonnon, itti aanaa -dura ta’aa Gamtaa Demokraasummaa Ummata Oomoo,Obboo Abrahaam Biizunaa, miseensa dhabbatichaa fi namni Obbo Silashii Getaachoo jedhamuu bitooteessa 26, 2016 poolisii magaala Jiinkaatin qabamanii, yeroo ammaa wajjira Poolisii Awaasaa jiraachuu isaanii dura ta’an paartichaa, Obbo Girmaa Baqqalaa beeksisan.

Waajjira poolisii Jiinkaa irraa, Ajajaa-kumaa, Shikun Artee hidhamuu jara kanaa mirkaneessanii, mana murtitti dhiheessuu dha garuu manni murtii godinichaa ol aanaan dhimmicha laaluudha mirga hin qabu waan nun jedheef wajjira poolisii naanoo ummata kibaa wajjin mari’acha jira jedhan.

Shakkamtoonni kun erga qabamanii guyyaa shan ta’us amma ammatti mana murtiitti hin dhihaAnne jedha gabaasni Malaskaachoo Ammahaa Finfinee irra erge.

Gabaasni guutun kunooti.
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:40 0:00
Xurree marsariitii


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG