Xurree ittiin seenan

Humnoonni Siiryaa Gondinaa Lolli Irraa Dhorkame Seenan: Angawoota Ameerikaa

  • VOA

Humnoonni Siiryaa Gondinaa Lolli Irraa Dhorkame Seenan: Angawoota Ameerikaa

Kan USn hoogganaman gamtaan wal taatotaa bakka waraanni mootummaa Siiriyaa qabatee jiru haleeluu dhaan uummata hedduu galaafatanii qabeenyaan illee manca’e jechuu dhaan angawoonni Siiriyaa balaaleffataniriu.

Angawoonni biyyattii akka jedhanitti haleellaan samii irraan daangaa Jordan irratti geggeessame waraanni Siiriyaa fi michoonni isaa tattaaffii isaan IStti duuluuf godhan danqe.

Kan michuu dhiyoo Siiriyaa ta’e mootummaan Raashiyaa bakka waraanni Siiriyaa qabatee jiru samii irraan haleeluun fudhatama hin qabu jechuun qeeqe.

Angawoonni US immoo kaleessa akka jedhanitti xayyaarri kun humnootii mootummaa Siiriyaa kan haleeleef sababaan godinaa lolli irraa dhorkame kan maadhee isaanii ciru seenuu waan itti fufaniifi.

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG