Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnootiin Wattaaraa Mana Jireenyaa Bagboo Marsan


Prezidaantiin Ivory koost duraanii Loreent Baagboo aangoo gadhisuuf tole jechuu isaanii gamtaan Afrikaa beeksisee jira.Kunis humnootiin prezidaantiicha haaraa filamanii kan Allassan Wattaaraa mana jireenyaa Baagboo eega marsanii booda.



Angawonni gamtaa Afrikaa akka jedhantti Bagboon prezidaantii Moritaaniyaaf akka ibsanti aangoo gadhisuuf akkasumas wattaraan prezidaantii ivoorii koost ta’uu isaanii simachuuf qophii dha.

Rakkoo siyaasaa baatilee 4 lakkofsise furuuf mariin gaggeeffame waan hin milkoofneef jecha, wal waraansi itti fufe.Mr Baagboon aangoo akka gadhisaniif dhiibbaan addunyaa itti hammaataa jira.Gabaasa guutuu MP3 tuquun dhaggeefadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG