Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ihadeg waggaa 25ffaa biyya bulche kabajuu fi Qormaatii Biyyoolessaa Kutaa 12 hatame jedhamee hafuun irratti yaadii yeessan maal?


Oromiyaallee dabalee qormaata biyyoolessaa barattoota kutaa 12 hedduutti hafe
Oromiyaallee dabalee qormaata biyyoolessaa barattoota kutaa 12 hedduutti hafe

Paartiin biyya bulchaa jiru,IHADEG guyyaa aangoo itti qabate waggaa 25ffaa kabajaa yero jira.

Gama biraan ammoo qormaanni biyyoolessaa biyyattii hatame jedhamuun ammaaf hafee duratti dabarfamun beekamaadha.

Dhimmootii lamaan kana irratti yaadi ummataa maal fakkaata?

Namoon godinaalee Oromiyaa adda addaatti bilbiluun kanneen haasofsiisee jira.Waayee waggaa 25ffaa akkana jedhu

please wait

No media source currently available

0:00 0:12:37 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG