Xurree ittiin seenan

Itiyoopiyaatti Ambadaaderittiin Yunaayitid Isteets Yeroo Hojii Isaanii Xumuran

  • Tuujubee Horaa

Ambaasaddara Paatrishiyaa Aslaak

Ambaasaddara Paatrishiyaa Aslaak

Itiyoophiyaatti yeroo Ambaasaaddarummaa Yunaayitid Isteets ka xumuratan Ambaasaddara Paatrishiyaa Aslaak, sirna kaleessa Embaasichatti geggeessame irratti haasawa nagaa-dhaamsaa godhanii jiran.

Ambaasaddara Paatrishiyaa Aslaak

Ambaasaddara Paatrishiyaa Aslaak

Ambaasaddarittiin, yeroo hojii waggoota sadii Itiyoophiyaa keessatti dabarsan keessatti Caamni waggoota shantama keessatti Itiyoophiyaa keessatti argamee hin beekne ennaa mudatetti akka beela hamaa hin dhaqqqabsiisne ittisuuf hojiin hojjetame, gochaalee nama boonsan yaadatan keessaa tokko ta’uu dubbatan.

Halawwan eega dhiheenyaa tii Itiyoophiyaa keessatti mul’atan kan isaan yaaddessu ta’uu ka dubbatan – Ambaasaddar Aslaak dhimma sana irratti aangawoota Itiyoophiyaa waliin dubbachuu itti fufnee jirra jedhu.

XS
SM
MD
LG