Xurree ittiin seenan

Ittiin Qabata Cidhi Ollaa Jira

  • Jaallannee Gammadaa

Godina Arsii fi Baalee keessa caasaa Al-Qaidaatu jira jechuun kan mummichi ministeera Itiyoophiyaa Mallas Zenaawwii paarlaamaa issaniif ibsan gonkumaa soba jechuun hogganaan amantii tokko godinaalee maqaa dhahaman keessaa beeksisanii jiru.

Uummata Oromoo irratti dararaa gaggeessan bifa jijjiranii itti fufuuf amma moo maqaa shoroorkessummaan tooftaa haaraa jalqaban jedhu.

Amantiin Islaamaa kan nagaa fi amantiilee ka biroof illee kabajaa kan qabu ta’ee ituu jiru Al-Qaidaatti hidhuun kun, deggersa addunyaa argachuuf mala mootummaan Itiyoophiyaa malate jedhan hogganaan amantii Islaamaa kun.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG