Xurree ittiin seenan

Jefrii Mutaahii fi FireeHiywot Daadoo Maratoonii New York Moohatanii doolara kuma hedduu hammaarratan

  • Soraa Halakee

Atileetotii Keenyaa bara hedduuyyuu akkanuma dorgommii Maratoonii harkatti deebifachaa dhufuutti jiran.Tana irratti Itoophiyaa fi Keenyaan walumatti jiran.

Dorgommii Maratoonii guyyaa dheengaddaa ta dhaabii ING Amerikaa,New Yorkitti qopheesse irratti Atileetota Keenyaa,Jerfii Mutaahii fi namuma biyya isaa Emmanu’el Mutaahiitti tokkeessoo fi lammeessoo bahee moohate.Jefriin rekoordii haaraa argate.

Gama dubraatiin ammoo FireeHiywot Daadootti Maratoonii tana moohate.Bizunesh Dhaabaatti itti aane.

Warrii rekordii haaraa argatee Maratoonii tana moohate doolara kuma 70-70 badhaafame.

Mee Qophii Ispoortii tana MP3 irraa nuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG