Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jibbiinsa Jiru Dhabamsiisuuf Araara Buusuun Murteessaa Dha: Hoogganoota Amantii


Hooggantoota amantii gumii Waaltaalee Amantii Itiyoopiyaa baranaa irratti hirmaatan
Hooggantoota amantii gumii Waaltaalee Amantii Itiyoopiyaa baranaa irratti hirmaatan

Uummata Itiyppiyaa dhibba irraa harka 97 kan bakka bu’an amantiin ijoon torba kan keessatti argamu gumiin waaltaalee amantii Itiyoopiyaa sabatiinsa dhabamuu baatilee fi ture dhaabsisuu akkasumas adeemsa nageenyaaf yaalii gama isaa gochuuf hojjetaa turuu ibsee jira.

Walitti bu’iinsa turetti aansuu dhaan jibbiinsa uumamee wal wajjin deemuun rakkisaa akka hin taane gochuuf yaalii gochaa jira.

Mootummaan Itiyoopiyaa nagaan bakkatti deebi’uu ibsee jira. Gumiin waaltaalee amantii biyyattii garuu dhimmi ijoon nagaan bu’uu qaba jechuun yaadachiise.

Jibbiinsa Jiru Dhabamsiisuuf Araara Buusuun Murteessaa Dha: Hoogganoota Amantii
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:37 0:00

Paappaasiin waldaa orotodoxii Itiyoopoiyaa abuna Maatiyaal illee isuma kana calaqisan.

Prezidaantiin waldaa Mekane Yesuus luba Waaqsiyuun Iddoosaas araara sanaaf ta’a kan jedhan ennaa dubbatani adda addummaa yaadaa qabnu yaada gabii qabuun yoo ilaalle wal wajjiin jiraachuu, nagaa fi guddinni keenya akka saffisu gumaacha jedhan.

Prezdantiin Mana marii walii gala dhimmootii Islaamummaa Shek Muhamed Amin Jamaal walitti bu’iinsaa fi jibbiinsa dhiifama gochuu dhaan hambisuu nu irra jira jedhan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Jibbiinsa Jiru Dhabamsiisuuf Araara Buusuun Murteessaa Dha: Hoogganoota Amantii
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:24 0:00

XS
SM
MD
LG