Xurree ittiin seenan

Kaartuum Fi Jubaa irratti DhIibbaan akka Godhamuuf Gaafatame

  • Piitar Haayinlaayiin

Maanguddummaa Gamtaa Afrikaan mariin Suudaan fi Suudaan kibbaa gidduutti gaggeeffamu marsaan biraa Finfinnee keessatti jalqabamee jira.

Araar ta’an sudaan kibbaa Pagan Amum mootummaan Kaartuum duula waraanaa jalqabuuf qophaa’uun isaa nu yadesseera jedhan.

Marii maallaqa dilaalaa gurgutaa boba’aa irraa argamu irratti fuuleeffate kana irratti gam lameen yaada wal irraa fagoo qaban.

Diplomaatiin Kaartuumiin bakka bu’an immoo amma iyyuu walii galuuf carraan jira jedhan.

Sababiin isaas bu’a gurgurtaa boba’aa irraa argamu gam lameen ni barbaadu.

Gamtaan Afrikaa gama isaan gam lameen ejjennaa jabaa qaban irraa duubatti akka deebi’aniif addunyaan dhiibbaa haa goodhu jechuun iyyate.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG