Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kabaja Ayyaana Iid Aal Faxir Naannoo Waashingitan Diisiitti


Kabaja Ayyaanaa Iid Aal Faxir Waashingitan Diisii, Adooleessa 6,2016
Kabaja Ayyaanaa Iid Aal Faxir Waashingitan Diisii, Adooleessa 6,2016

Ayyaannii Iid Aal Faxiir harra, Adooleessa 6 akka addunyaatti haala oo'adhan kabajamee oole. As magala guddittii Ameerikaa, Waashingitan Diisitiis hawaasni Oromoo akkasumaas namoonnii biyya adda addaa irraa dhufani biyyana jiraatan salaata ganamaatii baka Rook Kiriik Paark jedhamutti walgahanii waaqa isaanii galateffachuudhan guyyaa isaanii jalqaban.

Kabaja Ayyaana Iid Aal Faxir Naannoo Waashingitan Diisiitti
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:32 0:00

Sheik Kalid Mohammed Umar,giddugala Waashingitan Hijiraa Faristi koominiitii jedhamuutti imaama. Saganticha kadhannaadhan erga bananii booda, hawaasa musliimaa hundaaf hawwii ayyaanaa gaarii dabarsaniiru. Sheik Kalid, gochaa shororkeessuummaa ji'a Ramadaanaa keessa biyyaa adda addaatti lubuu nama bayyee galaafate balaleeffatanii, gochi akkana amantaa islaamaa wajjin gonkumaa hidhata akka hin qabne ibsaniiru. Hawaasa Oromo sirna kabajaa ayyana kana irratti argaman tokko tokko akkataa guyyaa kana itti dabarsaani fi waayee ji'a Ramadaanaa gaafaneerra.

Qophii kabaja ayyaana Iid Aal Faxir magaala Waashingitan Diisiitti godhamee irratti argamnee qindeesine dhageeffadha.

Kabaja Ayyaana Iid Aal Faxir Naannoo Waashingitan Diisiitti
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:19 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG