Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nooreenti–Foontee; Mooraa Haaraa Baqattooni Faransaay Keessatti Jalqaban


Nooreenti–Foontee; Mooraa Haaraa Baqattooni Faransaay Keessatti Jalqaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:27 0:00

Baqattoota mooraa Nooreenti–Foontee (biyya Faransaay) jiran keessaa tokkichi, “biyya kiyya nan jaaladha, mootummaan Itoophiyaa garuu mootummaa badaa dha, Oromoo fixaa jira” jechuudhan gazexeessota haala baqattonni kun keessa jiran gabaasuu dhaqanitti maaliif biyyaa akka bahe hime. Baqattoonni kun mooran duraan keessa turan Kaalee jedhamu cufamuu dhaa waan murtaaheef moora amma keessa jiran kana uumuu falatan. Hawwiin bayyeen isaanii qaban garuu biyya Engilizii dhaqanii jireenya haaraa jalqabuudha.

XS
SM
MD
LG