Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Ofii Ayyaneffannu Kan Rakko Keessa Jiran Haa Yaadannu


Ayyaana Dhaloota Gooftaa Yesuus Kiristoos Magaalaa West Ban Bethlehemtti kabajame
Ayyaana Dhaloota Gooftaa Yesuus Kiristoos Magaalaa West Ban Bethlehemtti kabajame

Kirstaanonni guutummaa addunyaa irra jiran guyyaa dhaloota Gooftaa Yesuus kabajuuf qopha'aa jiru.Ayyaanni kunis Dilbata fuullee keenyaa kabajamuuf jira.

Ayyaana kana ilaalchisuun Prezidaantiin Tokkummaa Waldoota Kirstaanaa Oromoo Addunyaa Luba Dr. Gammachuu olaanaa dhaamsa dabarsaniin, yeroo ayyaana kanas ta'e waggaa haaraa seenuuf jirru 2012 keessatti waaqayyo uummata keenya gidduutti hafuura jaalalaa, tokkummaa nagaa fi wal tumsuu akka jajjabessuuf hawwii koo ti jedhan.

Kana malees namoota hidhaa, beela, dhukkubaa fi rakkina adda addaa keessa jiran yaadachuu fi gargaaruun barbaachisaa ta'u Luba Dr. Gammachuun hubachisaniiru.


Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa MP3 tuquun dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG