Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa




Kitaaba Afaan Oromoo
Kitaaba Afaan Oromoo

Kitaabi haaraan mata dureen isaa “Kudhaama Seenaa” jedhamuu fi kan seenaa, aadaa fi amantii oromoo ibse maxxanfamee ba’ee jira.

Barreessaan kitaaba kanaa ogumaan balaliisaa xayyaaraa yoo ta’an barnoota phisics baratan Obbo Leellisaa Aadaa kitaaba barreessuuf kan na kakaase bal’ina aadaa fi seenaa Oromoon qabu jedhan.

Kitaaba kana barreessuuf hayyootaa fi hoogganoota qabsoo oromoo hedduu na jajjabeesse, akkasumas kitaabota waa’ee oromoo ilaalchisuun afaan Ingliziin barreeffamantu wabii naaf ta’e jedhan obbo Leellisaan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:38 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG