Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaabi Walaloo Afaan Oromoo haaraan Maxxanfame


University Adaamaa keessaa barataa muummee seeraa waggaa afraffaa kan ta’e Chaalaa Hailuu kitaaba walaloo afaan Oromoo barreessee, kitaabichis gabaa irra oolee jira. Maqaan kitaaba kanaa “Burqaa Jaalalaa” jedhama.

Adeemsa kitaaba kana barreessuu keessatti rakkooleen hagi tokko na mudataniiru kan jedhu barataa Caalaa Haaiyluu, dhuma irratti itti milkaa’uu danda’eeraa jedha.

Kitaabi kun University Adaamaa keessatti kan eebbifame si’a ta’u namoonni hedduun kitaaba koo dubbisanii deebii gaarii kaa kennan jedha Barataa Caalaan.

Sirna eebba kitaaba kanaa kan Universitii Adaamaa keessatte ta’e irratti keessummoonni afeeramanii fi hawaasi Universitichaa argamaniiru.

Gabaasa guutuu MP3 tuquun dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG