Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kittaannaa ykn Dhanna Qabaa


Durbas ta’e dhiira kittaannuun aadaa keessatti waan baratame. Keessumaa durboonni sababaa aadaaf jecha haala kanaaf saaxilamuun fayyaa isaanii irratti rakkoo jabaa geessisuun isaa hubatamee jira. Kunis yeroo da’umsaa fi quunnamtii saalaa rakkoo addaa kan irraan ga’u ta’uu hayyonni waa’ee fayyaa ni ibsu.

Kanaaf jecha aadaa boodatti hafaa kanneen jedhaman keessaa kittannaan tokko ta’e, hambisuuf biyyoonni haala addaan irratti hojjataa jiran.

Dr. Taddasaa Kitilaa Finfinnee ka jiru Hospitaala BRAAS irraa ibsa kennan mp3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG