Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kora-Sabaa Dimookiraatotaa Irratti Prezidaant Obaamaa fi Dimookiraatonni Ka Biroon Doonald Traamp Irratti Qeeqa Roobsan

Kanneen Kora-sabaa Paartii Dimookiraatotaa, kutaa Pensylvania – magaalaa Filaadelfiyaa keessatti geggeessamaa jiru irratti halkan dabre haasawa godhan – Prezidaant Obaamaa fi dirmookiraatonni hoogganoonni biyyattii ka biroon, dorgomaa garee Ripaablikaanii – Doonaal Traamp irratti qeeqa roobaa turan. Ka Prezidaant Obaamaa booda, taayitaa prezidaantummaa fudhatanii biyyattii hoogganuu danda’an – Hilarii Kilinten ta’uu illee gad-jabeessanii dubbataa turan. Har’as, bakka walga’ichi itti geggeeffamaa jiru – waahila keenya Soraa, Filaadelfiyaa irraa dubbisnee jirra.

Guutummaa qophii keenyaa dhaggeeffadhaa

Kora-Sabaa Dimookiraatotaa Irratti Prezidaant Obaamaa fi Dimookiraatonni Ka Biroon Doonald Traamp Irratti Qeeqa Roobsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:40 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG