Xurree ittiin seenan

Breaking News

Korri-sabaa Dimookiraatotaa Addaan-qoodamuu Caalaa Tokkummaa Agarsiise


Korri-sabaa Dimookiraatotaa Addaan-qoodamuu Caalaa Tokkummaa Agarsiise
Korri-sabaa Dimookiraatotaa Addaan-qoodamuu Caalaa Tokkummaa Agarsiise

Korri-sabaa Paartii Dimookiraatotaa, kutaa Pensylvania – magaalaa Filaadelfiyaa keessatti itti fufee jira, Dimookiraatonni dorgomaa paartii Ripublikaanii – Doonaald Traamp injifachuu irratti tokkummaa agarsiisanii jiran. Kanneen halkan dabre kana haasawa godhan keessaa tokko – haati warraa prezidaant Obaamaa – Micheel Obaamaa, dorgomtuu paartii dimookiraatii – Hilarii Kilinton deggeruu isaanii ennaa ibsan “ani dhaamsa isheen dabarsiten deggera” jedhan. Kan Hilarii Kilintoniin dorgomaa turan – Senator Bernie Saandersis, deggertoota isaniin --- “amma Hilarii Kilinton Prezidaantii gochuuf sagalee kennaafii” jechuun deggersa isaanii agarsiisan. Kan walga’icha hordofuuf – Filaadelfiyaatti argamu – Soraan, haal ture nuuf ibsee jiraa.

Guutummaa gaaffii fi deebii geggeessinee dhaggeeffadhaa.

Korri-sabaa Dimookiraatotaa Addaan-qoodamuu Caalaa Tokkummaa Agarsiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:54 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG