Xurree ittiin seenan

Korri Sabaa Kan Paartii Demokraatotaa Kaleessa Xumurame

  • Soraa Halakee

Korri Sabaa Kan Paartii Demokraatotaa Kaleessa Xumurame

Korri Sabaa Kan Paartii Demokraatotaa Kaleessa Xumurame

Magaalaa US Filaadelfiyaa keessatti geggeessamaa kan jiru kora sabaa dimokraatotaa irratti miseensonni paartichaa Hillary Clintoniin kaadhimamtuu prezidaantii gochuun filataniiru. Hillaaryiinis kora kana irratti haasaa dhageessisaniin kaadhiummaa prezidaantummaa kan garee dimokraatotaa sirnaan simatanii jiru. Haasaan isaaniis qalbii namootaa toosisee hangi tokko imimmiin haqataa turan. Namoonni bebeekamoonis kora sana irratti haasaa dhageesisanii jiran. Kora kana guyyaa arfanuu Soraan Hordofee gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG