Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Itiyoophiyaa Har’a Hiriira Ministirii Haajaa Amerikaa fi Kongireesii Amerikaa Duratti Hiriira Ba’an


Hiririira mormii Itiyoophiyaa
Hiririira mormii Itiyoophiyaa

Itiyoophiyaa keessatti dararaa fi ajjechaa mootummaan lammiwwan isaa irraan ga’aa jiru haa dhaabatu jechuun lammiwwan Itiyoophiyaa waashiingtan fi naannoo ishee jiraatan har’a hiriira nagaa ba’uun gaafatan.

Jijjiramni Itiyoophiyaa keessatti dhufuuf yeroon isaa amma kan jedhan hiriirtonni kun iyyataa fi gaaffii isaanii ministrii dantaa alaa kan Yunaaytid Isteestti kan dhiyeeffatan ta’uun beekamee jira.

Hiriira kana irratti namni lakkoofsaan guddaa ta’e ba’u isaa kanneen ijaana rgan beeksisanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:18 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG