Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Tamboo Xuuxuu Ilaalchisee Seerri Ba’e Hagam Hojii Irra Oole? Talaallin HIV Ittisu Argameeraa ?

Walgahiin ministeeroota eeguumsa fayyaa kan ardii Afrikaa har’a Finfinne kan jiru galma gamtaa Afrikaa keessatti jalqabamee jira. Bakka Uummanni walitti qabamee jiruutti tamboo xuxuun akka dhaabatu gochuuf seera ba’e gama hojii irra oolchuun foyya’insii argamuu ministeerri eegumsa fayyaa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.Seerri waggaa sadii dura jechuun dhuma bara 2006 irratti ba’e kun hojii irra eega oolee waggaa tokko ta’e jira.

Gama kaaniin talaalii haaraan kan farra vaayrasii HIV ta’e bu’aa hanga tokko argamsisee yaaliif hojii irra oolee akka jiru ibsamee jira.Kunis yaaliidhaaf Afrikaa kibbaa keessatti uummataaf kennamaa jira.Hayyonni saayinsii akka jedhanti harka 50 hojjachuun isaa qoftii faca’iinsa vaayrasichaa gama ittisuun qooda guddaa qaba.Qorannaan dabalataa biyyoota addunyaa irra jiran 127 keessatti itti fufee akka jiruus gabaafamee jira.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Itiyoophiyaa Keessatti Tamboo Xuxuu Ilaalchisee Seerri Ba’e Hagam Hojii Irra Olee? Talaaliin HIV Ittisu Argameeraa ?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:00 0:00

XS
SM
MD
LG