Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Federaalaa Yoonaatan Tesfaayee Irratti Balleessaa Mure


Manni Murtii Federaalaa Yoonaatan Tesfaayee Irratti Balleessaa Mure
Manni Murtii Federaalaa Yoonaatan Tesfaayee Irratti Balleessaa Mure

Manni murtii Federaalaa Lidetaa dhaddachi arfaffaan itti gaafatamaa quunnamtii uummataa duraanii kan Semaayaawii paartii duraanii kan ture Yoonaataan Tesfaayee himannaa shorokeessummaa irratti dhiyaateef balleessaa itti muree jira. Abukaatoon isaa murtii mana murtii sanatti mufachuu isaanii ibsanii ol iyyannoo akka dhiyeeffatan ibsaniiru.

Akka labsii farra shorokeessummaa keeyata ja’aa irratti hundaa’uun murtiin kun kennamuun isaa ibsameera.

Keeyata shorokeessummaa jajjabeessuu jedhu kana jalatti beekaa kan barreesseef maxxanse inni jedhu hidhaa waggaa 10-20 adabsiisuu akka danda’u abukaatoon isaa ibsaniiru.

Manni Murtii Federaalaa Yoonaatan Tesfaayee Irratti Balleessaa Mure
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00

XS
SM
MD
LG