Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaa Gameessi IS Siiriyaa Keessatti Ajjeefame


Kaartaa Tabqa Dam
Kaartaa Tabqa Dam

Hoogganaan IS kan magaalaa Raqqa Siiriyaa keessa haleellaa humnootii wal taatotaa samii irraan geggeessaniin ajjeefamuu angawoonni US beeksisaniiru.

Ibsi gamtaa humnoota US biraa har’a ba’e akka jedhutti Abu Jandal al-Kuwaiti kan ajjeefame haleellaa samii irraan Wixata darbe Tabqa Dam cinatti geggeessameen ta’uu ibsee jira. Gabaasi sun akka jedhutti Abu Jandal miseensa koree waraana IS duraani ture.

Abu Jandal haleellaa of wareegaa konkolaataan geggeessamu, meeshaa keemikaalaa fi dhukaatotaa keessaa harka qaba. Du’I isaas dandeettii gareen ISIL Raqqaa qabatee gamasi irraa biyyoota gama dhiyaa irratti haleellaa oofuuf karoora qabu dadhaabsiisee jedha ibsi sun.

XS
SM
MD
LG