Xurree ittiin seenan

Masaraa Mootummaa Ayvorikoost Keessatti Wal Waraansii Itti Fufee Jira

  • Skaat Starns

Prezidaantiin Ayvorikoost duraanii Loreen Baagboo aangoo gadhisuu waan didaniif jecha, humnootiin prezidaantiicha haaraa filatamanii kan Wattaaraa waraanaa jiru.

Humnootiin Baagboo bakka itti riphanii jiran kan lafa jalaa keessaa meeshaa gurguddoo gargaaramuun looltoonni wattaaraa lafa sana akka hin dhunfanne gochaa jiran.

Ministriin ittisaa kan Faransaayi akka jedhuutti Looltonni Baagboo riphanii jiran kun tilmaamaan 200 ta'u .MP3 tuquun guutummaan dhaggefadhaa.

XS
SM
MD
LG