Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoopiyaa Seera Sadarkaa Addunyaa Irra Daddarbe: Human Rights Watch


Human Rights Watch
Human Rights Watch

Gareen mirga namaaf falmu Human Rights Watch labsiin yeroo hatattamaa Itiyoopiyaa seera sadarkaa addunyaa cabse jedha. Mootummaan Itiyoopiyaa immoo Kanneen Hidhaa Keessa Jiran namoota kuma lama hidhaa dhaa gad dhiise jechuun beeksise.

Liigiin Mirga Namaa Gaanfa Afriikaa immoo Hawaasi Addunyaa dhiittaa mirga namaa Itiyoopiyaa irraa gurra achi qabate jechuun qeequu dhaan mootummaan Itiyoopiyaa Lammiiwwan isaa irratti dararaa raawwatuuf sadarkaa addunyaatti akka gaafatamu waamicha dabarsee jira.

Gabaasaa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG