Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Kan Labsee Fi Kan Hojii Irra Oolche Tokko Miti


Barsiistonni manneen barumsaa Finfinnee keessaa hangi tokko torban darbee jalqabee hojii dhaabiinsa mormii gaggeessaa jiru.

Mootummaan dabala mindaa barsiisootaaf kennu isaa kan ilaaleen sabaa himaa adda addaan kan beeksisee ture mindaa barsisootaaf dabalamee waliin wal hin gitu jedhu. Kanaaf jecha mootummaan dabala mindaa labse haa kennu ykn labsiin sun sirriii akka hin ta’iin irra deebi’ee ha mirkanessu jedhu.

Gama kaaniin immo, Barsiistonni hojjatoota sivilii waajira mootummaa ka biroof hojjatan waliin sadarkaa barumsaa wal fakkaataa ituu qabanii sadarkaa mindaa wal fakkaataa hin argatan jedhu barsiistonni kun.Serri mootummaa garuu hojii wal qixxeef mindaa wal fakkaataa jedha jedhan. Mootummaanis deebii gama isaa kenneera.

MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG